Sagalicha-Dhiigicha-Hafuuricha
 
Barreeffamoota Barbaachisoo

Leeccalloon bilisa Fudhachuu Dandeessan as Jira ( Free Download Resources)

Wangeela Fayyinaa isa ta'e, Dubbii Waaqayyoo beekuuf, beksisuuf akkasumas immoo ittiin hojjechuuf akka nu gargaaranitti wantoonni qophaa'an tokko tokko fuula kanarra jiru.

Kunninis bifa barreeffamaa fi sagalee waraabamaniitiin illee kanaa gaditti tarraa'ani jiru. kanaaf, fuula kana irraa wantoota jiran bilisa arcaafattanii (download gotanii) ulfina Waaqayyoo fi fayyina namootaaf itti fayyadamuu ni dandeessu.

Barreeffamoota Raabsaman (Taracts) 

Leenjiiwwan Kiristaanummaaf barbaachisoo ta'an

Barumsa Hordoffii Lubbuu haaraa (pdf)

 - kun namootni reef Gooftaa Yasuusiin baran akkaataa itti qabamanii fi dhugaadhaan of guddisan/gabbisan kan gargaaru dha.

   

Barumsa Amantii Cimsannaa (pdf)
- Kun barumsa bu'uuraa, hundee fi qajeelfama maalummaa  barsiisa amantii Kiristaanaa kan agarsiisu, namoonni erga amananii booda amantiin isaanii maal irratti akka hundaa'ee fi eessatti akka isa geeggsu kan hubachiisu dha. Barumsi kun bartuu Yasuus ta'uu keessatti gumaacha guddaa ni qabaata.

  

Tooftaa ittiin dhugaa nama biraan gahan(pdf)
-kun namoonni dhugaa hiriyootaa fi firoota akkasumas uumama hundumaatti himuudhaan isaan gargaaruu barbaadan kan itti dhimma bahuu danda'ani dha. Akkamitti dhugaa namatti himna? Dhugaan kun maal? ... kan jedhu.

 
Qayyabannoo Macaafa Qulqulluu
 

Macaafa/Kitaaba Qulqulluu

  - Wangeela Yohannis (pdf)

 

Other Bible books (from External souce)

Kitaaba Qulqulluu Afaan Amaaraa fi afaanota kan birootiinis Asii argachuu ni dandeessu (madda alaa, external source)

 

Listen to Oromo Bible Audio (from External source, MP3) (macaafa Qulqulluu Afaan Oromootiin dhaggeeffachuu yoo feetan, asii argaddhaa; madda ergifatame irraa)

Oromoo Booranaa tiif wangeelli dhiyeeffameera