Sgalicha Dhiiigicha Hafuuricha

haasxaa  

The Word the Blood the Spirit

    

 
 
 

 
 

Qayyabannaa Kitaabilee Qulqulluu

Kitaaba Qulqulluu qayyabachuun kallattii adda addaatiin nama kamiifuu bu'a qabeessa jedheen amana. Keessattuu, nama jireenya isaa akka yaada Waaqayyootti qajeelfachuu barbaaduuf fayidaan qayyabanaa darana jabaa dha.

fuula kanaan walqabatanii wantoonni qayyabanna akkasiif nama gargaaran yeroo yerootti qopheeffamanii ni gad-dhiigamu.

 

Gara fuul-duraattis, yoo Waaqayyo jedhe, Kitaabilee Macaafa Qulqulluu keessa jiran tokko tokko irratti qayyabannaaf barreffamoonni gargaaraan qopheeffamnii bilisaan akka daawwattoonni itti gargaaraamanii fuula kana irraa ni kaa'amu. Kitaabi Qulqulluun afaanotaa fi hikkaawwan adda addaan qayyabannaa fi barbaachaaf akka ta'anitti qopha'anii jirtu.

 

itti gammadaa!

 

Waqayyo isin haa eebbisu!